Loading…

በ24 ሺህ ብር የተነሳው ‘ተደራሽ’ የቁጠባና ብድር ማህበር ካፒታሉን 1.24 ቢሊየን ብር ማድረሱን አስታወቀ

July 21, 2026

በሀገሪቱ የሚንቀሳቀሱ የብድርና ቁጠባ የህብረት ስራ ማህበራት የዜጎችን የቁጠባ ባህል በማዳበር እና የፋይናንስ ፍላጎትን ተደራሽ በማድረግ ረገድ ከፍተኛና ወሳኝ ሚና እየተጫወቱ እንደሚገኙም ሰምተናል።

ይህ የተባለው \"ተደራሽ የገንዘብ ቁጠባና ብድር ኃላፊነቱ የተወሰነ የህብረት ስራ ማህበር\" 9ኛ ዓመት የምስረታ በዓሉን በተለያዩ ዝግጅቶች ባከበረበት ወቅት ነው።

በበዓሉ አከባበር ስነ-ስርዓት ላይ የማህበሩ መስራችና ዋና ስራ አስኪያጅ አቶ አለማየሁ ታመነ እንደገለጹት፤ ማህበሩ ባለፉት ዓመታት የካፒታል አቅሙን በከፍተኛ ደረጃ ማሳደግ ችሏል።

በዚህም አጠቃላይ ለአባላቱ ያሰራጨው የብድር መጠን ከ1 ነጥብ 4 ቢሊየን ብር በላይ መድረሱን ዋና ስራ አስኪያጁ ይፋ አድርገዋል።

ማህበሩ ከተመሰረተበት ጊዜ ጀምሮ ያሳየውን ሁለንተናዊ እድገት በተመለከተ ማብራሪያ የሰጡት አቶ አለማየሁ፤ በአሁኑ ወቅት በሀገር አቀፍ ደረጃ የቅርንጫፎቹን ቁጥር 33 ማድረስ መቻሉንና የደንበኛ አባላቱም ቁጥር ከ27 ሺ በላይ መሻገሩን አስታውቀዋል።

ይህ የቅርንጫፎችና የአባላት ቁጥር መጨመር ማህበሩ የፋይናንስ ፍላጎትን ተደራሽ ለማድረግ እያደረገ ያለውን ጉዞ የሚያሳይ መሆኑም በስነ-ስርዓቱ ላይ ተገልጿል።

Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Qaqqabaa (Tadarash) Ayyaana Hundeeffama waggaa 9ffaa kabajateera. Waldaaleen hojii gamtaa qusannoo fi liqii biyyattii keessatti socho’an aadaa qusannoo lammiilee fooyyessuu fi fedhii faayinaansii hunda-galeesa gochuu keessatti shoora olaanaa fi murteessaa taphachaa akka jiran ibsame. Kunis kan jedhame Waldaan Hojii Gamtaa Qusannoo fi Liqii Qaqqabaa (Tadarash) ayyaana hundeeffama isaa Waggaa 9ffaa qophiilee adda addaatiin yeroo kabajatettidha. Sirna kabaja ayyaana kanaa irratti hundessaan fi hoji-geessisaan waldichaa Obbo Alamayyoo Taammanaa akka ibsanitti, waldichi waggoota 9 darbaniif dandeettii kaapitaala isaa sadarkaa olaanaatti guddisuu danda\'eera. Kanaanis waldichi waliigalaatti miseensota isaatiif liqii birrii biliyoona 1.5 ol raabsuu danda\'uu isaa hoji-geessisichi beeksisaniiru. Guddina hundagaleessa waldichi erga hundaa\'ee as agarsiise ilaalchisee Obbo Alamayyoon akka ibsanitti, yeroo ammaa kana sadarkaa biyyaalessaatti lakkoofsa damee isaa 33tti kan guddise ta\'uu fi lakkoofsi miseensota isaa kuma 27 ol ce\'uusaa mirkaneessaniiru. Lakkoofsi damee fi miseensotaa dabaluun isaa waldichi fedhii faayinaansii hawaasa biraan gahuuf imala inni taasisaa jiru kan agarsiisudha jechuun ibsameera.