October 26, 2026
ተደራሽ ቁጠባና ብድር ኃ/የተ/የህ/ስ/ማ አይ.ሲ.ኤ አፍሪካ (ICA Africa) ባዘጋጀው እና \"Coops Run for Decent Work\" በሚል መሪ ቃል በአራዳ ፓርክ ውስጥ በተካሄደው እሩጫ ላይ ተሳተፈ፡፡ የዚህ ዝግጅት ዋና ዓላማ በአፍሪካ የሚገኙ የህብረት ሥራ ማህበራትን እርስ በርስ ማገናኘት፣ ግንኙነታቸውን ማጠናከር እና በጋራ እንዲሠሩ የሚያስችል ምቹ ሁኔታ መፍጠር ነው። በእሮጫው ላይ ተደራሽን ጨምሮ በኢትዮጵያ የሚገኙ ሌሎች አቻ ህብረት ስራ ማህበራት የተገኙ ሲሆን ከጎረቤት ሀገራት ከኬንያ፣ ከሱዳን እና ከታንዛኒያ የመጡ የህብረት ሥራ ማህበራት ተወካዮችም በሩጫው ላይ ተሳትፈዋል፡፡ በነበረው ቆይታም የህብረት ሥራ ማህበራት ማህበራዊና ኢኮኖሚያዊ ፋይዳቸው የጎላ መሆኑን የተጠቀሰ ሲሆን ማህበራቱ ሁሉን አቃፊ መሆናቸውን እና ለሁሉም የህብረት ስራ ዘርፎች እድገት በጋራ መቆም እንዳለባቸው አጽንኦት ተሰጥቶበታል።
Waldaan hojii gamtaa Qusannaaf liqii Tadarraash waldorgommii fiigichaa dhaadannoo \"coops run decent work \"(waldaaleen hojii gamtaa hojii mijataa nii deggeruu jechuun) dhaabbata ICA Africa(International Cooperative Alliance Africa )qopheesse,paarkii araadaa keessatti geggeeffame irratti hirmaateera. Kaayyoo ijoon sagantaa kanaa waldaaleen hojii gamtaa afiriikaa keessatti argaman walitti fiduu ,hariiroo isaan gidduu jiru cimsuufi haala waloo ta\'een akka hojjetan isaan dandeesisu uumuudha. Fiigicha kanarratti Tadarraadh dabalatee waldaaleen hojii gamtaa itiyoophiyaa keessatti argaman biroon hirmaataniiru. Akkasumas bakka bu\'oonni waldaalee hojii gamataa biyyoota ollaa kanneen akka,keeniyaa ,sudaanfi Taanzaaniyaa irraa dhufanis fiigicha kana irratti hirmaataniiru. Sagantaa kana irratti waldaaleen hojii gamtaa fayidaa hawwaasumaafi diinagdee gudda akka qaban ibsan.