Loading…

የICA-Africa ኮንፈረንስ በአዲስ አበባ እየተካሄደ ነው

October 27, 2026

የአፍሪካ የህብረት ሥራ ማኅበራት ኮንፈረንስ (ICA-Africa) ከዛሬ ሰኞ ጀምሮ እስከ ረቡዕ፣ ጥቅምት 18 ቀን ድረስ በአዲስ አበባ ኢሊሌ ኢንተርናሽናል ሆቴል እየተካሄደ ይገኛል። ተደራሽ የቁጠባና ብድር ኃ/የተ/የህ/ስ/ማ (Tederash Saccos) በዚህ ኮንፈረንስ ላይ እየተሳተፈ ይገኛል። ማኅበሩ ትናንት በተካሄደው የICA ሩጫ ላይ በመሳተፍ የዝግጅቱ አካል መሆኑ ይታወሳል። የኮንፈረንሱ የመክፈቻ ሥነ-ሥርዓት ከተለያዩ የአፍሪካ አገራት የመጡ የቁጠባና ብድር ህብረት ሥራ ማኅበራት መሪዎችና ተወካዮች በተገኙበት በሞቀ ድባብ ተካሂዷል። ኮንፈረንሱ ለሦስት ቀናት የሚቆይ ሲሆን፣ በአፍሪካ የህብረት ሥራ ማኅበራት መካከል የልምድ ልውውጥን፣ ትብብርንና ዓለም አቀፍ ግንኙነትን በማጠናከር ላይ ያተኩራል። ተደራሽ በኮንፈረንሱና በICA ሩጫ ላይ ያደረገው ተሳትፎ፣ በአፍሪካ የህብረት ሥራ ማኅበራት እንቅስቃሴ ውስጥ የበኩሉን ሚና ለመወጣትና ትብብርን ለማጠናከር ሰፊ እድል ይሰጠዋል። Konferensiin ICA-Africa magaalaa Finfinneetti Gaggeeffamaa Jira Finfinnee, Itoophiyaa — Konferensiin Waldaalee Hojii Gamtaa Afrikaa, ICA-Africa, magaalaa Finfinnee, hoteela ililliitti internationalitti guyyaa har’aa, onkoloolessa 16 , irraa eegalee hanga Roobii, Onkololeessa 18,  kan  gaggeeffamuta\'a

Waldaan Hojii Gamtaa Qusannaa fi Liqii Tederash  konferensii kana irratti hirmaachaa jira. Dabalataanis, waldaan kun Fiigicha ICA Run kaleessa gaggeeffame irratti hirmaachuun sochii kana keessatti qooda fudhateera. Konferensiin kun guyyoota sadiif kan itti fufu yoo ta’u, guyyoota marii kana keessatti ,marii, muuxannoo waljijjiiruu fi tumsa Waldaalee Hojii Gamtaa Afrikaa cimsuu irratti kan xiyyeeffatu ta\'a.

Hirmaannaan Tederash , konferensii kanaa fi Fiigicha ICA irratti taasise, sochii Waldaalee Hojii Gamtaa Afrikaa keessatti qooda fudhachuu fi walta’iinsa idil-addunyaa cimsuuf carraa ta’a jedhame